️ FAARUU ALAABAA OROMOO (OROMO NATIONAL ANTHEM) ↪☆ Alaabaa Oromoo Ibsituu dukkanaa, Guyyaa si dhaabbanne gabrummaa irraa baana. X2 ↪Ilmaan saba keenyaa bakka jiranii, Gad si dhaabuuf jecha falmaa irratti kufani. ↪Kum kumilleen du ‘u Kan hafneen si dhaabna, Falmaa irraa hin deebinu tarree irra dhaabbanna.



